LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 10:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Sababiin isaas, tiksitoonni hubannaa hin qaban,+

      Yihowaas hin gaafanne.+

      Isaan hubannaadhaan tarkaanfii kan hin fudhanne kanaafi,

      Bushaayeewwan isaanii hundis bittinnaaʼaniiru.”+

  • Ermiyaas 50:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Sabni koo tuuta hoolota badanii taʼeera.+ Tiksitoonni isaanii karaa irraa akka isaan goran godhaniiru.+ Isaan gara gaarotaatti isaan oofanii gaaraa fi tabba irra akka jooran godhaniiru. Isaanis iddoo boqonnaa isaanii irraanfataniiru.

  • Hisqiʼel 34:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Yaa ilma namaa, tiksitoota Israaʼel irratti raajii dubbadhu. Raajii dubbadhu, tiksitoota sanaan akkana jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Tiksitoota Israaʼel warra of sooraniif wayyoo!+ Tiksitoonni hoolota sooruu qabu mitii?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi