-
Ermiyaas 10:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Isaan hubannaadhaan tarkaanfii kan hin fudhanne kanaafi,
Bushaayeewwan isaanii hundis bittinnaaʼaniiru.”+
-
-
Ermiyaas 23:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Kanaafuu, Yihowaan Waaqni Israaʼel tiksitoota saba isaa tiksaniin akkana jedha: “Isin hoolota koo bittinneessitaniittu; isaan faffacaasuu keessan itti fuftaniittu; xiyyeeffannaas isaaniif hin kennine.”+
“Kanaafuu, hojii keessan isa hamaadhaan kan kaʼe xiyyeeffannaa koo gara keessanitti nan deebisa” jedha Yihowaan.
-
-
Hisqiʼel 34:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Hoolonni koo gaarota hundumaa irrattii fi tabba ol kaʼaa hundumaa irratti faffacaʼaniiru; hoolonni koo guutummaa lafaa irratti bittinnaaʼaniiru; nama isaan barbaadus taʼe isaan argachuuf carraaqqii godhu hin qaban.
-