LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 2:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Luboonni, ‘Yihowaan eessa jira?’ jedhanii hin gaafanne.+

      Warri Seericha barsiisan na hin beekne,

      Tiksitoonni na irratti fincilan,+

      Raajonni maqaa Baʼaaliin raajii dubbatan,+

      Warra faayidaa argamsiisuu hin dandeenye duukaas ni buʼan.

  • Ermiyaas 8:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Ogeeyyiin qaanaʼaniiru.+

      Isaan jeeqamaniiru, ni qabamus.

      Kunoo, isaan dubbii Yihowaa tuffataniiru,

      Ogummaa akkamii qabu ree?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi