-
Ermiyaas 23:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 “Tiksitoota hoolota kaloo koo keessa jiran balleessanii fi bittinneessaniif wayyoo!” jedha Yihowaan.+
-
-
Miikiyaas 3:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Ani akkana nan jedhe: “Yaa dura buutota Yaaqoob,
Isin ajajjoonni mana Israaʼel, maaloo dhagaʼaa.+
Wanta sirrii beekuun isin irra hin jiruu?
-
-
Sefaaniyaa 3:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Bulchitoonni ishii warri ishii gidduu jiran leencota baroodani dha.+
Abbootiin murtii ishii yeeyyii halkanii ti;
Isaan lafee tokko illee ganamaaf hin hambifatan.
-
-
Maatewos 23:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 “Barsiisota seeraa fi Fariisota fakkeessitoota nana, isiniif wayyoo! Isin balbala Mootummaa samii namootatti cuftu; ofii keessanii itti hin galtan, warra itti galuuf dhufanis ni dhowwitu.+
-