LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 23:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 “Tiksitoota hoolota kaloo koo keessa jiran balleessanii fi bittinneessaniif wayyoo!” jedha Yihowaan.+

  • Maatewos 23:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “Barsiisota seeraa fi Fariisota fakkeessitoota nana, isiniif wayyoo! Isin balbala Mootummaa samii namootatti cuftu; ofii keessanii itti hin galtan, warra itti galuuf dhufanis ni dhowwitu.+

  • Yohaannis 10:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Namni mindeeffamee hojjetu, inni tiksee hin taanee fi hoolonni kan isaa hin taane garuu, yeeyyiin yommuu dhufu argee hoolota sana dhiisee baqata; yeeyyiin sunis isaan butata, isaan bittinneessas;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi