Luqaas 11:52 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 52 “Isin warra Seericha beektaniif wayyoo! Sababiin isaas, furtuu beekumsaa buttanii fudhattaniittu. Ofii keessanii itti hin galtan, warra itti galuuf jedhanis ni dhowwitu.”+
52 “Isin warra Seericha beektaniif wayyoo! Sababiin isaas, furtuu beekumsaa buttanii fudhattaniittu. Ofii keessanii itti hin galtan, warra itti galuuf jedhanis ni dhowwitu.”+