LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 40:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Inni akkuma tikseetti bushaayee isaa ni kunuunsa.*+

      Hoolota xobbaallaa irree isaatiin walitti ni qaba,

      Qoma isaattis isaan ni baata.

      Warra ilmoolee isaanii hoosisan suuta jedhee ni oofa.+

  • Yohaannis 21:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Ciree erga nyaatanii boodas, Yesuus Simoon Pheexirosiin, “Yaa Simoon ilma Yohaannis, isaan kana caalaa na jaallattaa?” jedhe. Innis “Eeyyee, yaa Gooftaa, baayʼee akkan si jaalladhu ati iyyuu beekta” jedhee isaaf deebise. Yesuusis, “Hoolota* koo soori” isaan jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi