Isaayyaas 10:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yaa Israaʼel, sabni keeAkkuma cirracha galaanaa yoo taʼan iyyuu,Warra isaan irraa hafan qofatu deebiʼa.+ Badiisni isaan irratti murteeffameera,+Haqnis* isaan ni liqimsa.+
22 Yaa Israaʼel, sabni keeAkkuma cirracha galaanaa yoo taʼan iyyuu,Warra isaan irraa hafan qofatu deebiʼa.+ Badiisni isaan irratti murteeffameera,+Haqnis* isaan ni liqimsa.+