LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 22:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “Yihowaan akkana jedha: ‘Ani iddoo kanaa fi jiraattota ishii irratti badiisa isa kitaaba mootiin Yihudaa dubbise+ keessatti barreeffame hundumaa nan fida.

  • Ermiyaas 6:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yaa lafaa, dhagaʼi!

      Sabni kun dubbii koo waan hin dhageenyeef,

      Seera* koos waan tuffataniif,

      Mala qopheessan sanaan kan kaʼe,

      Isaan irratti badiisa nan fida.”+

  • Hisqiʼel 7:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Kunoo, badiisni, badiisni adda taʼe tokko dhufaa jira.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi