2 Mootota 21:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Kanaafuu, Yihowaan Waaqni Israaʼel akkana jedha: ‘Kunoo, ani Yerusaalemii+ fi Yihudaa irratti badiisa dhaqna namaa surur godhu* nan fida.+ Daaniʼel 9:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Ati badiisa guddaa nu irratti fiduudhaan wanta akka nu irrattii fi bulchitoota keenya warra nu bulchaa turan* irratti akka fiddu dubbatte sana raawwatteetta;+ wanti Yerusaalem keessatti raawwatame guutummaa samii jalatti raawwatamee hin beeku.+
12 Kanaafuu, Yihowaan Waaqni Israaʼel akkana jedha: ‘Kunoo, ani Yerusaalemii+ fi Yihudaa irratti badiisa dhaqna namaa surur godhu* nan fida.+
12 Ati badiisa guddaa nu irratti fiduudhaan wanta akka nu irrattii fi bulchitoota keenya warra nu bulchaa turan* irratti akka fiddu dubbatte sana raawwatteetta;+ wanti Yerusaalem keessatti raawwatame guutummaa samii jalatti raawwatamee hin beeku.+