Isaayyaas 29:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yihowaan akkana jedha: “Sabni kun afaan isaatiin natti dhihaata,Hidhii isaatiinis ulfina naaf kenna,+Garaan isaa garuu ana irraa baayʼee fagoo dha;Kan na sodaatus ajaja namootaa isa barate irratti hundaaʼee ti.+
13 Yihowaan akkana jedha: “Sabni kun afaan isaatiin natti dhihaata,Hidhii isaatiinis ulfina naaf kenna,+Garaan isaa garuu ana irraa baayʼee fagoo dha;Kan na sodaatus ajaja namootaa isa barate irratti hundaaʼee ti.+