Ermiyaas 9:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Ani Yerusaalemiin tuullaa dhagaa,+ holqa sardiidotaa nan godha,+Magaalota Yihudaas ona, bakka namni keessa hin jiraanne nan godha.+ Ermiyaas 10:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Dhagaʼaa! Oduun tokko dhufaa jira! Magaalota Yihudaa onsuuf, holqa sardiidotaa gochuufis,+Wacni guddaan tokko biyya kaabaa irraa dhufaa jira.+
11 Ani Yerusaalemiin tuullaa dhagaa,+ holqa sardiidotaa nan godha,+Magaalota Yihudaas ona, bakka namni keessa hin jiraanne nan godha.+
22 Dhagaʼaa! Oduun tokko dhufaa jira! Magaalota Yihudaa onsuuf, holqa sardiidotaa gochuufis,+Wacni guddaan tokko biyya kaabaa irraa dhufaa jira.+