Baʼuu 19:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ammas isin of eeggannoodhaan sagalee kootiif yoo ajajamtanii fi kakuu koo yoo eegdan, guutummaan lafaa kan koo waan taateef,+ isin dhugumaan saboota hundumaa keessaa anaaf qabeenya addaa* ni taatu.+ Keessa Deebii 26:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Akkuma inni waadaa siif galetti ati saba isaa, jechuunis isaaf qabeenya addaa*+ akka taatuu fi ajajawwan isaa hundumaa akka eegdu harʼa Yihowaa beeksisteetta. Faarfannaa 135:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Sababiin isaas, Yaah Yaaqoobiin ofii isaatiif,Israaʼeliinis qabeenya addaa* godhatee filateera.+
5 Ammas isin of eeggannoodhaan sagalee kootiif yoo ajajamtanii fi kakuu koo yoo eegdan, guutummaan lafaa kan koo waan taateef,+ isin dhugumaan saboota hundumaa keessaa anaaf qabeenya addaa* ni taatu.+
18 Akkuma inni waadaa siif galetti ati saba isaa, jechuunis isaaf qabeenya addaa*+ akka taatuu fi ajajawwan isaa hundumaa akka eegdu harʼa Yihowaa beeksisteetta.