LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 29:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Naʼaa, isin haa ajaa’ibsiisu;+

      Ija keessan dunuunfadhaa, kan jaamtanis taʼaa.+

      Isaan machaaʼaniiru, garuu daadhii wayiniitiin miti;

      Gatantaraa jiru, garuu dhugaatii alkooliitiin miti.

  • Isaayyaas 51:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yaa Yerusaalem, Dammaqi! Dammaqi! Kaʼi!+

      Ati harka Yihowaa irraa xoofoo dheekkamsaa isaa fudhattee dhugdeetta.

      Xoofoo sana keessaa dhugdeetta;

      Xoofoo nama gatantarsu keessaa xuruursitee dhugdeetta.+

  • Ermiyaas 25:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 “Akkana isaaniin jedhi: ‘Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Dhugaa, machaaʼaa, hooqqisaas; goraadee ani isin gidduutti erguun kan kaʼes kaʼuu hamma hin dandeenyetti kukkufaa.”’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi