-
Ermiyaas 6:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Kanaafuu, Yihowaan akkana jedha:
“Kunoo, ani saba kana dura gufuu nan kaaʼa,
Abbootiinii fi ilmaan,
Namnii fi michuun isaas,
Walumaan ni gufatu;
Hundi isaaniis ni badu.”+
-