-
Isaayyaas 59:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Haqni kan nu irraa fagaate,
Qajeelummaanis nu bira kan hin geenye kanaafi.
Nuti ifa abdanne, garuu kunoo, dukkanatu taʼe;
Guyyaa ifaa taʼe ni abdanne, garuu kunoo, dukkana keessa deemaa jirra.+
-