-
Ermiyaas 12:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Biyyattiin kan coolligdu,
Biqiltuun dirree hundumaa keessa jirus kan gogu hamma yoomiitti?+
Hammina namoota ishii keessa jiraataniitiin kan kaʼe
Bineensonnii fi simbirroonni haxaaʼamanii balleeffamaniiru.
Sababiin isaas isaan, “Inni wanta nu irra gaʼu hin argu” jedhaniiru.
-
-
Yooʼel 1:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Horiiwwan illee ni aadu!
Waan dheedan waan hin qabneef, loon burjaajaʼanii asii fi achi jooru!
Tuutni hoolotaa ni adabamu.
-