-
Ermiyaas 14:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Harroonni bosonaa tabba duwwaa taʼe irra ni dhaabbatu.
Isaan akkuma sardiidotaatti qilleensa argachuuf ni harganu;
Biqiltuun waan hin jirreef ijji isaanii ilaaluu dadhaba.+
-