Hoseʼaa 8:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Isaan kennaawwan aarsaadhaaf taʼan ni dhiheessu, foonichas ni nyaatu,Yihowaan garuu isaanitti hin gammadu.+ Amma inni balleessaa isaanii ni yaadata; cubbuu isaaniitiifis isaan ni adaba.+ Isaan gara Gibxiitti deebiʼaniiru.*+
13 Isaan kennaawwan aarsaadhaaf taʼan ni dhiheessu, foonichas ni nyaatu,Yihowaan garuu isaanitti hin gammadu.+ Amma inni balleessaa isaanii ni yaadata; cubbuu isaaniitiifis isaan ni adaba.+ Isaan gara Gibxiitti deebiʼaniiru.*+