Hoseʼaa 7:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Isaan daandii jijjiirrataniiru, garuu wanta fooyyaʼaatti miti;*Isaan akkuma iddaa laafee kan hin amansiisne dha.+ Bulchitoonni isaanii arraba isaanii isa mormu sanaan kan kaʼe goraadeedhaan ni kufu. Kanaan kan kaʼe isaan biyya Gibxii keessatti kan itti qoosamu ni taʼu.”+ Hoseʼaa 9:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isaan biyya Yihowaa keessa jiraachuu isaanii itti hin fufan;+Kanaa mannaa, Efreem gara Gibxiitti ni deebiʼa,Isaan Asoor keessatti wanta xuraaʼaa ni nyaatu.+
16 Isaan daandii jijjiirrataniiru, garuu wanta fooyyaʼaatti miti;*Isaan akkuma iddaa laafee kan hin amansiisne dha.+ Bulchitoonni isaanii arraba isaanii isa mormu sanaan kan kaʼe goraadeedhaan ni kufu. Kanaan kan kaʼe isaan biyya Gibxii keessatti kan itti qoosamu ni taʼu.”+
3 Isaan biyya Yihowaa keessa jiraachuu isaanii itti hin fufan;+Kanaa mannaa, Efreem gara Gibxiitti ni deebiʼa,Isaan Asoor keessatti wanta xuraaʼaa ni nyaatu.+