12 Si keessaa harka sadii keessaa harki tokko golfaadhaan ni duʼu yookiin beelaan si gidduutti ni dhumu. Harka sadii keessaa harki tokko naannoo keetti goraadeedhaan ni kufu.+ Harka sadii keessaa harka tokko immoo kallattii hundumaatiin nan bittinneessa; isaan ariʼuufis goraadee nan luqqiffadha.+