-
Baʼuu 20:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 “Ani Waaqa kee Yihowaa isa biyya Gibxii keessaa, mana garbummaa jalaa si baase dha.+
-
-
Ermiyaas 23:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Yihowaan akkana jedha: “Haa taʼu malee, kana booda guyyaan isaan, ‘Yihowaa isa jiraataa taʼe, isa saba Israaʼel biyya Gibxii keessaa baaseen nan kakadha!’ itti hin jenne ni dhufa;+ 8 kanaa mannaa isaan, ‘Yihowaa isa jiraataa taʼe, isa sanyii mana Israaʼel biyya kaabaa fi biyyoota itti isaan faffacaasee ture hundumaa keessaa baasee fideen nan kakadha!’ jedhu; isaan biyyuma isaanii keessa ni jiraatu.”+
-