LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 16:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “Yihowaan akkana jedha: ‘Haa taʼu malee, kana booda guyyaan isaan, “Yihowaa isa jiraataa taʼe, isa saba Israaʼel biyya Gibxii keessaa baaseen nan kakadha!” itti hin jenne ni dhufa;+ 15 kanaa mannaa isaan, “Yihowaa isa jiraataa taʼe, isa saba Israaʼeliin biyya kaabaa fi biyyoota itti isaan faffacaasee ture hundumaa keessaa baasee fideen nan kakadha!” jedhu; anis gara biyya isaanii isan abbootii isaaniitiif kennetti isaan nan deebisa.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi