Ermiyaas 22:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Sababiin isaas, isin of eeggannoodhaan dubbii kana yoo raawwattan, mootonni teessoo Daawit irra taaʼan+ tajaajiltoota isaanii fi saba isaanii wajjin gaariiwwan fardaa fi fardeen irra taaʼanii karaa karrawwan mana kanaa ni seenu.”’+
4 Sababiin isaas, isin of eeggannoodhaan dubbii kana yoo raawwattan, mootonni teessoo Daawit irra taaʼan+ tajaajiltoota isaanii fi saba isaanii wajjin gaariiwwan fardaa fi fardeen irra taaʼanii karaa karrawwan mana kanaa ni seenu.”’+