LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 17:24, 25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 “‘Yihowaan akkana jedha: “Haa taʼu malee, isin guutummaatti yoo naaf ajajamtan, guyyaa Sanbataatti karaa karrawwan magaalaa kanaa baʼaa akkamii iyyuu yoo galchuu baattan, akkasumas guyyaa kanatti hojii akkamii iyyuu hojjechuu dhiisuudhaan guyyaa Sanbataa qulqulluu gootanii yoo eegdan,+ 25 mootonnii fi bulchitoonni teessoo Daawit irra taaʼan+ karaa karrawwan magaalaa kanaa ol ni seenu; mootonni kunii fi bulchitoonni isaanii, gaariiwwan fardaa fi fardeen irra taaʼanii namoota Yihudaa fi jiraattota Yerusaalemii wajjin ol ni seenu;+ magaalaan kunis yeroo hundumaatiif bakka namni keessa jiraatu ni taati.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi