13 “‘Magaalota naannoo gaarotaa keessatti, magaalota gammoojjii keessatti, magaalota kibbaa keessatti, biyya Biiniyaam keessatti, iddoowwan naannoo Yerusaalemitti argaman keessattii+ fi magaalota Yihudaa keessatti,+ tiksitoonni ammas bushaayeewwan isaanii ni lakkaaʼu’ jedha Yihowaan.”