LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 17:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Namoonnis magaalota Yihudaa keessaa, iddoowwan naannoo Yerusaalemitti argaman keessaa, biyya Biiniyaam+ keessaa, gammoojjii keessaa,+ naannoo gaarotaa keessaa, akkasumas Negeeb* keessaa, aarsaawwan guutummaatti gubaman,+ aarsaawwan kaan,+ aarsaawwan midhaanii,+ ixaana adii fi aarsaawwan galataa gara mana Yihowaatti fidanii dhufu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi