-
Ermiyaas 15:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Yaa haadha tiyya, ati ana
Isa guutummaa biyyattii keessatti walitti buʼiinsaa fi lolaaf sababa taʼe waan deesseef, anaaf wayyoo!+
Ani hin liqeessine, hin liqeeffannes;
Taʼus, hundi isaanii na abaaru.
-