-
Ermiyaas 32:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 ‘Inni Zedeeqiyaa gara Baabilonitti ni geessa; xiyyeeffannaa koo hamman gara isaatti deebisuttis achuma tura. Isin Kaladoota waraanuu keessan yoo itti fuftan iyyuu milkaaʼina hin argattan’ jedha Yihowaan.”+
-