2 Seenaa Baraa 29:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Abbootiin keenya amanamoo hin turre; wanta Waaqa keenya Yihowaa duratti hamaa taʼes raawwataniiru.+ Isaan isa dhiisaniiru; fuula isaanii godoo qulqulluu Yihowaa irraa deebisaniiru; dugda isaaniis isatti garagalchaniiru.+ Ermiyaas 32:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Isaan fuula isaanii utuu hin taʼin dugda isaanii natti garagalchan;+ irra deddeebiʼee* isaan barsiisuuf yaalii kanan godhe taʼus, tokkoon isaanii illee gorsa fudhachuuf na hin dhageenye.+
6 Abbootiin keenya amanamoo hin turre; wanta Waaqa keenya Yihowaa duratti hamaa taʼes raawwataniiru.+ Isaan isa dhiisaniiru; fuula isaanii godoo qulqulluu Yihowaa irraa deebisaniiru; dugda isaaniis isatti garagalchaniiru.+
33 Isaan fuula isaanii utuu hin taʼin dugda isaanii natti garagalchan;+ irra deddeebiʼee* isaan barsiisuuf yaalii kanan godhe taʼus, tokkoon isaanii illee gorsa fudhachuuf na hin dhageenye.+