2 Seenaa Baraa 29:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Abbootiin keenya amanamoo hin turre; wanta Waaqa keenya Yihowaa duratti hamaa taʼes raawwataniiru.+ Isaan isa dhiisaniiru; fuula isaanii godoo qulqulluu Yihowaa irraa deebisaniiru; dugda isaaniis isatti garagalchaniiru.+ Ermiyaas 2:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Isaan mukaan, ‘Ati abbaa koo ti,’+Dhagaadhaanis, ‘Situ na daʼe’ jedhu. Anatti garuu fuula isaanii utuu hin taʼin dugda isaanii garagalchu.+ Yeroo rakkinni isaan irra gaʼutti immoo,‘Kaʼiitii nu oolchi!’ jedhu.+
6 Abbootiin keenya amanamoo hin turre; wanta Waaqa keenya Yihowaa duratti hamaa taʼes raawwataniiru.+ Isaan isa dhiisaniiru; fuula isaanii godoo qulqulluu Yihowaa irraa deebisaniiru; dugda isaaniis isatti garagalchaniiru.+
27 Isaan mukaan, ‘Ati abbaa koo ti,’+Dhagaadhaanis, ‘Situ na daʼe’ jedhu. Anatti garuu fuula isaanii utuu hin taʼin dugda isaanii garagalchu.+ Yeroo rakkinni isaan irra gaʼutti immoo,‘Kaʼiitii nu oolchi!’ jedhu.+