LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 22:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yosiyaas+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa saddeet ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 31f ni bulche.+ Maqaan haadha isaa Yidiidaa yeroo taʼu, ishiin intala Adaayaa isa nama biyya Bozqaat+ taʼee turte. 2 Inni wanta Yihowaa duratti sirrii taʼe ni raawwate; daandii abbaan isaa Daawit irra deeme hunda irras ni deeme;+ gara mirgaatti yookiin gara bitaatti hin jalʼanne.

  • 2 Mootota 23:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yosiyaas Mootichi mootii taʼee waggaa 18ffaa isaatti garuu, Faasikaan kun Yerusaalem keessatti Yihowaadhaaf ni kabajame.

  • 2 Mootota 23:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Isa dura mootiin akka Seera Musee keessatti ibsametti garaa isaa guutuudhaan, lubbuu* isaa guutuudhaan,+ akkasumas humna isaa guutuudhaan gara Yihowaatti deebiʼe kan biraan hin turre; isa boodas mootiin akka isaa hin kaane.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi