-
Ermiyaas 22:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 “Sababiin isaas, Yihowaan mana mootii Yihudaa ilaalchisee akkana jedha:
‘Ati anaaf akkuma Giiliyaadi,
Akkasumas akkuma fiixee Libaanoni.
Taʼus, ani lafa onaa sin godha;
Magaalota kee keessaa isa tokko keessa illee namni hin jiraatu.+
-