Isaayyaas 2:12, 13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Sababiin isaas, guyyichi guyyaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti.+ Guyyichi nama of tuuluu fi ol of qabu hundumaa irratti,Isa ol qabames taʼe isa gad qabame hundumaa irratti,+13 Mukeetii gaattiraa Libaanon warra dhedheeroo fi ol kaʼoo taʼan hundumaa irratti,Mukeetii qilxuu Baashaan hundumaa irrattis,
12 Sababiin isaas, guyyichi guyyaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti.+ Guyyichi nama of tuuluu fi ol of qabu hundumaa irratti,Isa ol qabames taʼe isa gad qabame hundumaa irratti,+13 Mukeetii gaattiraa Libaanon warra dhedheeroo fi ol kaʼoo taʼan hundumaa irratti,Mukeetii qilxuu Baashaan hundumaa irrattis,