LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 4:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Sababiin isaas, ani sagalee akka sagalee dubartii dhukkubsattee taʼe,

      Dhiphina akka dhiphina dubartii mucaa ishii isa angafaa daʼuuf ciniinsifachaa jirtuu taʼe,

      Sagalee intala Xiyoon ishii hafuurri ishii ciccitaa jiru sanaas dhagaʼeera.

      Ishiin harka ishii diriirsitee,+

      “Warra ajjeesan sanaan kan kaʼe waanan dadhabeef, anaaf wayyoo!” jetti.

  • Ermiyaas 6:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Nuti waaʼee kanaa oduu dhageenyeerra.

      Harki keenya laafeera;+

      Yaaddoon nu qabateera,

      Akkuma dubartii ciniinsuu irra jirtuuttis dhiphanneerra.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi