Hisqiʼel 16:46 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 46 “‘Obboleettiin tee ishiin angafaa Samaariyaa+ ishii ijoollee durbaa ishii* wajjin si irraa gara kaabaa* jiraattu dha;+ obboleettiin tee ishiin quxisuun immoo Sodoom+ ishii ijoollee durbaa ishii wajjin si irraa gara kibbaa* jiraattu dha.+
46 “‘Obboleettiin tee ishiin angafaa Samaariyaa+ ishii ijoollee durbaa ishii* wajjin si irraa gara kaabaa* jiraattu dha;+ obboleettiin tee ishiin quxisuun immoo Sodoom+ ishii ijoollee durbaa ishii wajjin si irraa gara kibbaa* jiraattu dha.+