LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 18:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Achiis Yihowaan akkana jedhe: “Dhuguma iyyuu, iyyi Sodoomii fi Gomoraa ilaalchisee dhihaatu guddaa dha;+ cubbuun isaaniis baayʼee ulfaataa dha.+

  • Isaayyaas 3:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Wanti fuula isaanii irraa mulʼatu isaan irratti ragaa baʼa,

      Isaan akkuma Sodoomitti+ cubbuu isaanii ifatti ni dubbatu;

      Dhoksuufis yaalii hin godhan.

      Of irratti badiisa waan fidaniif, isaaniif* wayyoo!

  • Ermiyaas 23:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Raajota Yerusaalem irrattis wanta suukanneessaa taʼe argeera.

      Isaan ejja raawwatu,+ sobaanis ni deddeebiʼu;+

      Warra hammina raawwatan ni jajjabeessu,*

      Hammina isaanii irraas hin deebiʼan.

      Anaaf hundi isaanii akkuma Sodoomi,+

      Jiraattonni ishiis akkuma Gomoraa+ ti.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi