LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 18:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Achiis Yihowaan akkana jedhe: “Dhuguma iyyuu, iyyi Sodoomii fi Gomoraa ilaalchisee dhihaatu guddaa dha;+ cubbuun isaaniis baayʼee ulfaataa dha.+

  • Keessa Deebii 32:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Mukti wayinii isaanii muka wayinii Sodoom irraa,

      Maasii wayinii Gomoraa irraas kan argame dha.+

      Firiiwwan wayinii isaanii firiiwwan wayinii summaaʼoo,

      Firiiwwan isaanii warri walitti tuutaʼanis hadhaaʼoo dha.+

  • Isaayyaas 1:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Isin abbootiin irree* Sodoom,+ dubbii Yihowaa dhagaʼaa.

      Isin namoonni Gomoraa,+ seera* Waaqa keenyaa xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhaa.

  • Yihudaa 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Haaluma wal fakkaatuun, Sodoomii fi Gomoraan, akkasumas magaalonni naannoo isaanii jiran halalummaadhaaf* dabarsanii of kennaniiru, fedhii foonii isa uumamaan ala taʼe+ duukaas buʼaniiru; isaan ibidda bara baraatiin adabamuudhaan fakkeenya akeekkachiisaa nuuf taʼaniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi