LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 13:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Namoonni Sodoom hamootaa fi warra Yihowaa irratti cubbuu guddaa hojjetan turan.+

  • Isaayyaas 3:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Yerusaalem gufatteetti,

      Yihudaanis kufteetti,

      Sababiin isaas, isaan dubbiidhaanis taʼe gochaan Yihowaa mormaniiru;

      Ija isa ulfina qabeessa taʼe sanaa* durattis mata jabeeyyii taʼaniiru.+

       9 Wanti fuula isaanii irraa mulʼatu isaan irratti ragaa baʼa,

      Isaan akkuma Sodoomitti+ cubbuu isaanii ifatti ni dubbatu;

      Dhoksuufis yaalii hin godhan.

      Of irratti badiisa waan fidaniif, isaaniif* wayyoo!

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi