Leewwota 26:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Saboota gidduutti isin nan bittinneessa;+ isin duubaan goraadeen akka luqqifamu nan godha;+ biyyi keessan ona taʼa;+ magaalonni keessanis ni balleeffamu. Ermiyaas 9:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Saboota warra isaanis taʼan abbootiin isaanii hin beekne gidduutti isaan nan bittinneessa;+ guutummaatti hamman isaan balleessuttis duuba isaaniitiin goraadee nan erga.’+
33 Saboota gidduutti isin nan bittinneessa;+ isin duubaan goraadeen akka luqqifamu nan godha;+ biyyi keessan ona taʼa;+ magaalonni keessanis ni balleeffamu.
16 Saboota warra isaanis taʼan abbootiin isaanii hin beekne gidduutti isaan nan bittinneessa;+ guutummaatti hamman isaan balleessuttis duuba isaaniitiin goraadee nan erga.’+