LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 26:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Kakuu anaa wajjin galtan waan cabsitaniif,+ goraadee isa haaloo baʼu isin irratti nan fida. Magaalota keessan keessatti yoo walitti qabamtan, ani isin gidduutti dhukkuba nan erga;+ harka diinaattis dabarfamtanii kennamtu.+

  • Isaayyaas 5:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Inni saba fagoo jiruuf mallattoo* dhaabeera;+

      Andaara lafaa irraa akka dhufaniif siiqsee isaan waameera;+

      Kunoo, isaan saffisa guddaadhaan dhufaa jiru.+

  • Ermiyaas 1:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Sababiin isaas, ‘Ani maatiiwwan mootummoota kaabaa hundumaa nan waama’ jedha Yihowaan,+

      ‘Isaanis ni dhufu; tokkoon tokkoon isaaniis

      Balbala karrawwan Yerusaalem irratti,+

      Guutummaa naannoo dallaawwan ishii irratti,

      Akkasumas guutummaa magaalota Yihudaa irratti teessoo isaanii ni dhaabu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi