LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 49:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Sababiin isaas, Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, warri xoofoo dheekkamsaa akka dhugan itti hin murteeffamne dhuguu qabu erga taʼee, ati hoo guutummaatti utuu hin adabamin ni haftaa? Ati isa dhuguu waan qabduuf, utuu hin adabamin hin haftu.”+

  • Obaadiyaa 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Akkuma ati tulluu koo isa qulqulluu irratti dhugde,

      Saboonni hundis utuu wal irraa hin kutin dhuguu isaanii itti fufu.+

      Isaan xuruursanii ni dhugu,

      Akkuma waan kanaan dura hin jiraannees ni taʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi