-
Ermiyaas 27:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 “‘“‘Sabni morma isaa waanjoo mootii Baabilon jala galchuu fi isa tajaajilu garuu, biyya isaa akka misoomsuu fi akka ishii keessa jiraatuuf, biyyuma isaa keessatti akka hafu* isaaf nan heyyama’ jedha Yihowaan.”’”
-