-
2 Saamuʼel 21:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Kanaafuu, mootichi Gibeʼonota waamee isaanii wajjin mariʼate. (Gibeʼononni+ Israaʼelota utuu hin taʼin, warra Amoorota+ irraa hafan turan; Israaʼelonnis akka isaan hin balleessine isaaniif kakatanii turan;+ Saaʼol garuu hinaaffaa saba Israaʼelii fi saba Yihudaatiif qabu irraan kan kaʼe isaan balleessuu barbaadee ture.)
-