-
2 Mootota 24:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Tajaajiltoonni isaa magaalattiitti marsanii utuu jiranii, Nebukadnezaar mootiin Baabilon gara magaalattiitti dhufe.
-
-
Ermiyaas 27:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Kana malees ani lubootaa fi saba kana hundumaatiin akkana nan jedhe: “Yihowaan akkana jedha: ‘Isaan raajii sobaa isinitti dubbachaa waan jiraniif,+ dubbii raajota keessanii warra, “Kunoo, dhiheenyatti miʼawwan mana Yihowaa Baabilon irraa ni deebifamu!”+ jedhanii raajii isinitti dubbatan sanaa hin dhagaʼinaa.
-