Ermiyaas 24:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Biyyan isaanii fi abbootii isaaniitiif kenne irraa hamma badanittis goraadee,+ beelaa fi golfaa* isaanitti nan erga.”’”+
10 Biyyan isaanii fi abbootii isaaniitiif kenne irraa hamma badanittis goraadee,+ beelaa fi golfaa* isaanitti nan erga.”’”+