Baʼuu 4:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yeroo kanatti Museen Yihowaadhaan, “Yaa Yihowaa, dhiifama naaf godhi; ani duraanis taʼe erga ati tajaajilaa keetti dubbattee jalqabee matumaa nama akka gaariitti dubbatu miti; ani nama dubbachuu hin dandeenyee* fi arrabni isaa hidhame dha” jedhe.+
10 Yeroo kanatti Museen Yihowaadhaan, “Yaa Yihowaa, dhiifama naaf godhi; ani duraanis taʼe erga ati tajaajilaa keetti dubbattee jalqabee matumaa nama akka gaariitti dubbatu miti; ani nama dubbachuu hin dandeenyee* fi arrabni isaa hidhame dha” jedhe.+