LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 6:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Museen garuu, “Kunoo, Israaʼelonni illee ana hin dhageenye erga taʼee,+ Faraʼoon ana nama dubbachuuf rakkatu akkamitti dhagaʼuu dandaʼa ree?”+ jedhee Yihowaadhaaf deebise.

  • Lakkoofsa 12:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Museen namoota lafa irra jiran hundumaa caalaa garraamii ture.*+

  • Ermiyaas 1:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Ani garuu, “Wayyoo, yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa!

      Daaʼima* waanan taʼeef,+ akkamitti akkan dubbadhu hin beeku”+ nan jedhe.

  • Hojii Ergamootaa 7:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Kanaafuu, Museen ogummaa warra Gibxii hunda ni barate. Dubbii fi gocha isaatiinis jabaa ni taʼe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi