2 Mootota 22:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yosiyaas+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa saddeet ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 31f ni bulche.+ Maqaan haadha isaa Yidiidaa yeroo taʼu, ishiin intala Adaayaa isa nama biyya Bozqaat+ taʼee turte.
22 Yosiyaas+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa saddeet ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 31f ni bulche.+ Maqaan haadha isaa Yidiidaa yeroo taʼu, ishiin intala Adaayaa isa nama biyya Bozqaat+ taʼee turte.