Faaruu Ermiyaas 1:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Halkan mararamtee boossi,+ imimmaan ishiis maddii* ishii irra yaaʼa. Warra ishii jaallatan hundumaa keessaa kan ishii jajjabeessu tokko illee hin jiru.+ Michoonni ishii hundi ishii gananiiru;+ diinota ishiis taʼaniiru. Faaruu Ermiyaas 1:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Ani warra na jaallatan nan waammadhe, isaan garuu na ganan.+ Luboonni koo fi jaarsoliin koo lubbuudhaan jiraachuuf* Utuu midhaan barbaaddatanii magaalaa keessatti dhuman.+
2 Halkan mararamtee boossi,+ imimmaan ishiis maddii* ishii irra yaaʼa. Warra ishii jaallatan hundumaa keessaa kan ishii jajjabeessu tokko illee hin jiru.+ Michoonni ishii hundi ishii gananiiru;+ diinota ishiis taʼaniiru.
19 Ani warra na jaallatan nan waammadhe, isaan garuu na ganan.+ Luboonni koo fi jaarsoliin koo lubbuudhaan jiraachuuf* Utuu midhaan barbaaddatanii magaalaa keessatti dhuman.+